Home โ€บ Groups โ€บ Walaloo jaalala ๐Ÿ’š๐Ÿ’–๐ŸŒน๐Ÿ’โš˜
Walaloo jaalala ๐Ÿ’š๐Ÿ’–๐ŸŒน๐Ÿ’โš˜ Telegram
Telegram Channel Link

Walaloo jaalala ๐Ÿ’š๐Ÿ’–๐ŸŒน๐Ÿ’โš˜ Telegram Channel Link

โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜… 0.0 (0 ratings)
๐Ÿ‘ 3 views โ†— 0 joins
๐ŸŒ International ๐ŸŒ English # General
About this telegram channel link
Baga nagaadhaan gara Channel keenyaatti dhuftan! Channel keenya join taasifadhaa!
Telegram Channel

Latest public posts from this Telegram channel.

199 subscribers
25 Oct 2026 latest post
Click to fetch the latest posts directly from Telegram.
Telegram post media Abbaa koo biran jiraa
Nan sodaadha gad ba'uu
Harmee koo biran jira
Si dubbisuu hin danda'uu.
~~~~~
Hin bilbilin hin kaasuu
Natti hin tolu galgala
Abbaan koo bakkee hin turu
Dafee manatti gala.
~~~~
Suuqii deemuufin jedha
Eessuma koo wajjinii
Yoo nutti dhufte adaraa
Nagaa na hin gaafatinii
~~
Sararri koo 'busy' dha
Yommuu ati bilbiltu sila
Obboleettii harmee kootu
Anaaf bilbile alaa
~~~~~
Mucaan na faana deemu
Yeroo hundaa hordofee
Hin shakkin fira keenyaa
Reefuu baadiyyaa dhufee
~~~~
Eda siif bilbiluudhaaf
Mana fincaanii deemee
Anumaa gadi taa'u
Chaarjiin narratti dhume..."
~~
Jechuu jalqabde taanaan
Jaalalleen kee isheen durbaa
Isheen kan biraa argattee
Siin taphatti akka kubbaa
Atis kan biraa barbaaddadhu
Yeroo kee hin gubiin gurbaa

โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•
โ”—โ”โ”โ”ย  โ”โ”๐Ÿ’žโ”โ”ย  โ”โ”โ”โ”›
๐š‚๐™ท๐™ฐ๐š๐™ด
๐š‚๐™ท๐™ฐ๐š๐™ด
๐ŸŒน๐ŸŒน๐Ÿ…น๐Ÿ…พ๐Ÿ…ธ๐Ÿ…ฝ๐ŸŒน๐ŸŒน
๐ŸŒน๐ŸŒน๐Ÿ…น๐Ÿ…พ๐Ÿ…ธ๐Ÿ…ฝ๐ŸŒน๐ŸŒน
๐ŸŒฑ https://t.me/Jalalaadh ๐ŸŒฑ
Telegram post media Jaalallii
^^^โ„ข^^^
Balleessaa funaanee
Sababa hin lakkaa'u,
Teessoo siif kaa'eerra
Nama biraa hin kaa'u
โžป๐Ÿ’ž
Jaalalakee dhiibee
Sobaan sin gowwoomsu
Gaarummaa kee dhoksee
Jibba kee hin adamsu,
โžป๐Ÿ’ž
Jette jettee namaaf
Gurrasaa hin ergisu
Jaalala kee faarsaa
Jibbakeen weeddisu
โžป๐Ÿ’ž
Jireenyasaa dhiisee
Jiruu kee jiraata......
Fedhiisaa awwaalee
Kankeef iddoo laata
โžป๐Ÿ’ž
Onneesaa walakkaa
Si'iif dhaabee siidaa
Yaadaan bu'ee ba'ee
Keessoo saatti dhiigaa
โžป๐Ÿ’ž
Galma ofiisaa dhiisee
Yaada egeree boruu
Jaalallii dhugaanii
Qulqulluu taliila~hin calala booruu!
โžปโ™ฅ๏ธ
@ https://t.me/Jalalaadh ๐ŸŒน
Telegram post media ๐Ÿ’”๐Ÿ’” ๐ฌ๐ข๐ง ๐ฃ๐š๐š๐ฅ๐š๐๐ก๐š๐Ÿ’ž๐Ÿ’ž

Sin jaaladhu~seetemoo
Bar baay'een si araada
Gammachuu qofaaf miti
Gaa'elaafan si barbaada!

Halkan waarii ka'een
Abjuun ofirraa si dhabe
Sagalee kee dharra'een
Hiixadhee tiraasii qaqqabe!

Bilbila koo lafa hin kaa'u
Naaf bilbiltaan si eega
Akkan si jaalachaa jiru
Anaa fi Waaqa-tu beeka!

Har'a si dhabus of biraa
Nan eega guyyaa rabbii
Garuu eessa jirtan jedhaa
Maal jettuu warra qabdii?

Gaaf tokko ni dhufta
Guyyaan naaf dhi'aatee
Sin jaaladha Kennaa ko
Galaana keetu na nyaate!

Onnee siif sirbaa jirtu
Maaliin keessummeessita
Natti himi bakkuma jirtu
Dur xalayaa naaf barreessita!
Telegram post media โ˜ž๐š๐ง๐ข๐ข๐ฌ ๐ฌ๐ข๐ง ๐ฃ๐š๐š๐ฅ๐š๐๐ก๐ฎ
Si dhiisuuf sababa kuma
lakkaa'ee nan tarreessa
Kan sirraa nan fageessine
Sababni tokkommoo
Jirti na keessa

Inni fakkeessaa beeku,

Si waliin turuuf,
Sababa kuma qaba
Si dhiisuuf sababa tokkittii
Of biraas immoo qaba!
Telegram post media ......Gaaf tokko......

Si waliin gaaf tokko
Abjuun seenaa taati
Si waliin gaaf tokko
Aduunis nuuf baati

Nu waliin gaaf tokko
Booriif karoorsina
Nu waliin gaaf tokko
Wal waliif boonsina

Anaaf at gaaf tokko
Gaafa eegalle karaa
Waanan yaadee yaadde
Naaf barta siin baraa

Guyyaa dhufu keessa
Guyyaan tokko keenya
Haalalatti hin hafnu
Guyyaa sanan geenya!

Lakki abjuu miti
Kun karoora kooti
Mucaa Hangar gamaa
Kan onneekoof mootii!

Gaaf tokko
Warqeeko

:ยจยท.ยทยจ: ๐Ÿ’”ย 
ย `ยท.ย  @ https://t.me/walaloojalal โค๏ธ
ย  โž–โž–โž–โž–โž–โž–โž–โž–
Telegram post media โ™ฅ๏ธBareedinni Keeysa โค๏ธ
====================
Yaa tan bifa tolchee
Keessasii balleeyse
Ni bareedda seheen
Gaafii sii dhiheessee
Xiqqo sodaadheetiin
Ergaa sii barreessee
Siin jaaladhe jeโ€™ee
Anaa if xiqqeeysee
Saniif natti boontee
Mataarra na teeysee
===================
Anaa si jaalatee
Filee nama keeysaa
Ati maal waa taate
Hin qabdu balleeysaa
Kanaan booda baddee
Onnee tiyya keessaa
Fuulli humaa mitii
Bareedinni keeysaa.
===================
Telegram post media DHIIFAMA

Naan yaadadha guyyaattii
Guyyaattii gaafa sanaa
Isheen ariifadhee bahe
Utuun gaafatin manaa

Gaabbe hin jedhu lakki
Si arguu kootu caala
Xiiqii naan qabachuun
Kun jibbamoo jaalala?

Warqeen harkaa qaban
Sibiilas nii fakkaatti
Wanti ariiffanaan ta'u
Gaabbiitti nama laatti

Kanumaafan malee
An jibbakee hin qabuu
Soora jaalala kee dhabdee
Har'a onneen koo agabuu

Ilaamee...

Nan miidhin sin miidhuu
Sin qabadhu haaloo
Balleessaa koof keefis
Naaf dhiisi egaa maaloo


#Join and #Share
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

โคโคโคโคโคโค
๐—ย ๐—ขย ย  ๐—œย ย  ๐—ก
โœ…โœ…JOINโœ…โœ…
@ https://t.me/Jalalaadh
@ https://t.me/Jalalaadh
@ https://t.me/Jalalaadh
โœ…โœ…JOINโœ…โœ…
GALATOOMAA!!
โคโคโคโคโคโค
Telegram post media Utuun onnee siif laadhee
Sagal kufee siif cabuu
Garaan kee hanga kana
Natti jabaachuun qabu
โค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธ
Kennaa rabbiiti maleee
Jaalalli hin qabu cubbuu
Onneerran si jaaladha
Tole naaf jedhi lubbuu
โค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธ
Diyaamendi yoon dhabes
Isa gatiin isaa cimaa
Onneerran si jaalladha
Jilbeeffadheen sitti hima
โค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธ
Murteessan warqee mitiim
Warqee isa gatii jabaa
Jaalala dhugaa taanaan
Abaaboon gatii qabaa๐Ÿค

#Join and #Share
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

โคโคโคโคโคโคโคโคโคโค
โค @ https://t.me/Jalalaadh
โค @ https://t.me/Jalalaadh
โค @ https://t.me/Jalalaadh
โคโคโคโคโคโคโคโคโคโค
Telegram post media Iccitii koo himuu sodaadhee, .
garaa koo banuuf, .
nama galchuu sodaachuu
kan na cicciruu dandaโ€™u.

sodaadha yoo irra deebi'ee yaale
bu'aan isaas kanuma ta'a
akka anaaf miira akka turan
warra kaaniif garuu tapha qofa.

jaalalaan qabamuu sodaatu
sababni isaas akkuma namni hundi beeku, .
kufuun caccabuun xumurama
seenaan hundis akkasitti deema.

โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ” #guyya_Gaarii !!!
๐ŸŒน
//๐Ÿ’™\\๐Ÿ’™//๐Ÿ’™\\
@ https://t.me/walaloojalal โค๏ธ

#shareโœ…
#joinโœ…
Telegram post media Aโ€Œkโ€Œkโ€Œaโ€Œmโ€Œ sโ€Œiโ€Œiโ€Œfโ€Œ Hโ€Œaโ€Œaโ€Œ Tโ€Œaโ€Œhโ€Œuโ€Œ

Yeroon si yaadadhu
Bishaantu nahudhaa
Kanbiraan jaalatin
Anumaa sifudha

Hiraata hin nyaatin
Anaa sinyaachisaa
Abbaan ke hamaan san
Suma maaf rakkisa
Jalaa badii koott
Hin dhagahinii isa
Kan shira nutti yaadu
Hundi maal abbaa sa
โ™ฅ๏ธ
Maxxansa kiyyaaf โ™ฅ๏ธgochuu hin dagatiinaa hamilee keenyaaf!
#Halkan_Gaarii !!!
๐ŸŒน
//๐Ÿ’™\\๐Ÿ’™//๐Ÿ’™\\

@ https://t.me/walaloojalal ๐Ÿ’–
Telegram post media Dubartiin uumama baayyisuuf uumamte dha.

โœDubartiitti yoo jecha kennite isheen hima taasistee siif deebisti.
โœYeroo hima itti kennitu immoo keeyyata taasistee siif deebisti.
โœYeroo keeyyata itti kennite immoo kitaaba taasistee siif deebisti.
โœYeroo dubartiidhaaf sanyii tokko kennite isheen immoo sanyii sana baayyistee daa'ima taasistee siif kenniti.
โœYeroo mana ijaartee itti kennite isheen bareechitee jireenyaaf akka simatu taasisti.
โœYeroo midhaan dheedhii itti kennitu nyaata bilchata taasistee siif deebisti.

Akkasuma faallaa kanaas baayyisuuf uumama addaa dha.

โœ'Dubartiin akka 'incubator' dha.' Dr Myles Munroe
Telegram post media Daandiin waliin deemne
Abdiin walitti horre
Bakki itti dhaabanne
Walirraa addaan gorre

Fulduraaf wabii miti
Galaan yaadannoo keenyaa
Inni yaadnee dubbanne
Milkaaโ€™inni jireenyaa

Edaa fakkeessaa ture
Sobaan wal sossobne
Kanaaf waan dubbanne
Milkeessuu dadhabne

Garuu ....
Dhufni kees, deemsi kees
Adeemsi kee hunduu
Anaan of dhabsiisuuf
Waan hin goone hinqabdu
Ta'us oolee bulee
Waan harkakee hin dhabdu!

:ยจยท.ยทยจ: ๐Ÿ’”ย 
ย `ยท.ย  @ https://t.me/walaloojalal โค๏ธ
ย  โž–โž–โž–โž–โž–โž–โž–โž–
Telegram post media Abjuu_jallaa

Abjuu hiika hin qabneef
Jiruu kootti qoosee
Tuulaa abdii baachuuf
Laphee koo of buusee

..................'''''....................

Barris baraan taree
Baratti na laatee
Abjuun galma hin qabnes
Umurii koo nyaatee

.............'''''''...............

Kanaaf osoon filadhee
An abjuu qajeelaa
Arra quubseen quufa
Yoomin nama kajeela.
.
.

Walaloo waa hunda hammate argachuu yoo barbaaddan...๐Ÿ‘‡

@ https://t.me/Qalii_Oromoo
Telegram post media Jaalalli kee na qabe

Damma too jaalalli
kee na qabee
harka qullaan hafe
onnee too dhabee
ย 
Bareedinni kee adda
siif safuu safuu
ergan si argee
dadhabeera rafuu

Waa'uma keen yaada
oliif gadi buusee
Onneen kootis sumaaf
Sagal(9) na yuusee

Yaaddon kee na dhorke
nyaataf dhugaatii
deeman oola daandii
irratti mugaatii

Si obsuun dadhabe
natti taate suusii
Kanaafan qal'adhe
akka lafee luusii

Furmaata ta'a jedheen
suuraa kee 9 laalee
laalus falan dhabeem
ittumaayyuu natti gaalee

Jaalala keetin ani
oliif gadi kaadhee
Gadi taa'un dadhabe
onneetti si baadhee

miira koo naaf hubadhu
sumaafi kanan gubadhu

silas suma yaaduttan qaama
koo harkumaan of qal'isee
akka naaf jiraattun uumaa
kadha harka koo bal'iseee

โค๏ธ @ https://t.me/walaloojalal โค๏ธ
Telegram post media Baayyee waanin si jaaladhuuf sidura du'uun fedha.
Gaafan du'es onnee kee keessatti awwaalamun qaba.๐Ÿ˜ โ™ฅ๏ธ ๐Ÿ’ฏ

โคโคโคโค๏ธ๐ŸŽ‹
ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย  โ‡ฃโ‡ฃ
@ https://t.me/Jalalaadh ๐ŸŒน
Telegram post media ๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚Kolfaaf๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ
Namicha akkaan qoosu tokkotu ture gaaf tokko haadha warra isaatiin waan wal dhaban, isiinis hedduu takka waan aarteef uffata walitti qabachuuf kaate.

Osomaa walitti qabataa jirtu inni itti dhufee eessa deemuuf jedheen, isiinis haadha koo bira jetteen.

Innis uffata guurrate yeroo inni dura bahuuf tahu eessa deemuuf jetteen innis haadha koo bira jedheen isiinis ijoollee hoo akkam goota jennaan



Isaanis gara haadha isaanii haa deeman hin jedhuun seetanii kkkk๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ๐Ÿ˜‚
@ https://t.me/Jalalaadh ๐Ÿ˜
Telegram post media Osoon onnee sif laadhe
Sagal kufee siif cabuu
Garan Kee Amma kana
Nattii jabachuu-n qabu

Kennaa waqatti male
Jaalalli hin qabuu cubbu
Onnerran sii jaladhaa
Tolee naaf jedhi lubbu

Dayimendi Yoon dhabes
Isa gaatiin Isaa cimaa
Onnerran sii jaladhaa
Jilbefadheen sitti himaa

Murtessan warqii mitim
Warqee isa gatii jabaa
Jalaala dhugaa tanan
Abaaboonuu hiika qaba

โค๏ธ @ https://t.me/walaloojalal โค๏ธ
Telegram Channel Link information
Category General
Country ๐ŸŒ International
Language English
Type Telegram Channel Link
Subscribers 199
Rate this group

How would you rate this community?

0.0 โ˜… Join Group โ†’