Taphoota CBE Piriimiyeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 5ffaa guyyaa 2ffaan Nageellee Arsiin sadarkaa 1ffaa qabachuun imala isaa itti fufeera.#CBE_Piriimiyeer Liigii Itiyoophiyaa
#ሲቢኢ_ኢትዮጵያ ፕሪሚዬር ሊግ
#CBE_Ethiopian Premier League
Telegram
Latest public posts from this Telegram channel.
Taphoota CBE Piriimiyeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 5ffaa guyyaa 2ffaan Nageellee Arsiin sadarkaa 1ffaa qabachuun imala isaa itti fufeera.
Qabxii taphoota guyyaa har'aa.
Taphni Buna Itiyoophiyaafi Magaalaa Adaamaa goolii malee xumurame.
Dheebuu goolii deeggartoota Buna Itiyoophiyaafi Magaalaa Adaamaa
Bunni Itiyoophiyaafi Magaalaa Adaamaa galchii malee boqonnaa bahan.
Taphni Buna Itiyoophiyaafi Magaalaa Adaamaa eegaleera.
Hiriira tapha Buna Itiyoophiyaafi Magaalaa Adaamaa
Taphoota Guyyaa Har'aa Taphataman.
Taphataan Nageellee Arsii Indaalkaachoo Xibabuu badhaasa taphataa cimaa fudhate.
Nageellee Arsiin goolii 2fi 1’n Magaalaa Shaggar injifate.