Home › Groups › BBC News Afaan Oromoo
BBC News Afaan Oromoo Telegram
Telegram Channel Link

BBC News Afaan Oromoo Telegram Channel Link

★★★★★ 0.0 (0 ratings)
👁 1 views ↗ 0 joins
🇬🇧 United_Kingdom 🌐 English # News & Magazines
About this telegram channel link
Maddi Oduu: BBC AFAAN OROMO Maxxansa public BBC Irraa kan odeffannedha, kan studeo irraa darbu miti. Hubadhu : Sababaa isaan Telegramiin odeeffanno maxxansaa hin turreef, bara 2018 G.C hundeesse. Buy ads: https://telega.io/c/bbcAfaanOromoo
Telegram Channel

Latest public posts from this Telegram channel.

796 subscribers
14 Oct 2026 latest post
Click to fetch the latest posts directly from Telegram.
Warshaa haaraa warqii qulqulleessu tibbana Finfinneetti hojii eegalee eenyutu ijaare?Bu'aan irraa hargamuhoo hangami? ⬇︎⬇︎https://bbc.in/3TVhtyv
Ashamaa!Sagantaan Raadiyoo keenya eegaleera.Qophii har'aan - Pirezidaantii duranii bulchiinsa yeroo Tigraay Jeneraal Taaddasaa Warradaa akkamiin baraaraman-TPLF akka dhaabbatti itti fufuuf hiree hagam qaba? Xiinxalaan siyaasaa Dr Awwol Aloo kan jedhan kunooti.- Gaazexessituun Dhiyeenya Eertiraa daawwatte uummatni Eertiraa yaaddoo keessa jiraachuu himteDhiyaadhaa!| BBC News Afaan Oromoo
Dhalattuun Somaalee, Ameerikatti bakka buutuu ummataa taatefi Tiraamp waliin wal atakartu manni ishee sakatta'amee waanti argame maali?Achiin booda deebii akkamiis kennite?⬇️⬇️https://bbc.in/4B9NgwE
Huutiin yoo Ameerikaan waraana Yaman keessa seente "deebii dhukkubsu ykn laalessaa" akka kennu dhaadate.👉 https://bbc.in/4i0ihuc
Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahmad gitasaanii kan Israa'el Beenjaamiin Neetaaniyaahuu waliin maal mari'atan?👉 https://bbc.in/4ye6jTF
Akkam bultan hordoftoota keenya!Har'a mammaaksa kanaan eegalla.Ergaa akkamii dabarsa?Yaada keessan nuuf qoodaa!Bakka nagaa oolaa!
Akkam ooltan hordoftoota keenya Sagantaa BBC Afaan Oromoo eegaleera.Sagantaa keenya har'aatiin,- Bidiruun Jibuutii irraa gara Yaman imalaa turte dhidhimuun namoonni 139 dhumuu Dhaabbata Biyyoota Gamtoomaniitti jaarmiyaan godaantotaa IOM beeksise.Namni balaa kanarraa oole maal hima?- Itoophiyaan haala amma jiruun hiree ulaa galaanatti bahuu humnaan uumuu dandeessii, balaa maalii qaba? Somaaliyaan muddama Itoophiyaafi Ertiraa gidduutti dhalate ilaachisee ejjannoo walabaa akka qabdu ibsite.- Pirezidantiin Bulchiinsa Yeroo Tigraay harka TPLF baraaraman Odeessawwan biroos qabna.Dhiyaadhaa!| BBC News Afaan Oromoo
TPLF magaalota Tigraay gadhiisee bahuu hordofee Obbo Getaachoo Radaa waggaa tokkoo ol booda Maqalee deeman.Akkaataa bulchiinsa Tigraayifi egeree naannichaarratti maaltu jedhame?👇🏿https://bbc.in/4dugjAU
Itoophiyaafi Ertiraan lola guututti yoo seenan, Itoophiyaan Buufata Doonii Asab qabachuu malti jedhu xinxaaltonni.Itoophiyaan waggoota dhiyoo as maalif ijashee Asabirra kaa'atte?👇🏿https://bbc.in/4zxxrOO
Namoonni baraaraman 84 hunduu lammiilee Itoophiyaati.Bidiruun kun namoota 305 feetee turte, hanga ammaatti namoonni 139 du'uun barameera.Hojiin barbaachaa ammallee itti fufeera jedha IOM.👉
Namoonni baayyeen buna ho'aa isaatti dhuguu baanaan waanan dhuge natti hin fakkaatu jedhu.Bunni qabbanoofnaan kanneen 'suusii' ana hin baasu jedhanis jiru.Isin hoo isa kam filattu?Buna ho'aa moo qabbanaa'aa isaa?Qorannoon kun isin gargaara👇👇https://bbc.in/47OGZsA
Akkam bultan hordoftoota keenya?Har'aaf mammaaksa kana filanne.Hiiki ykn ergaan isaa maali?Yaada keessan nuuf barreessaa!Bakka nagaa oolaa!
Loltoonni Ertiraa Itoophiyaa seenuu fi tarkaanfii Itoophiyaan irratti fudhatte jedhame BBC Verify qorateera,Dhugaan jiru maal agarsiisa?👇👇https://bbc.in/4ihMPYD
Hoggantoonni Adda Bilisa Baasaa Ummata Tigraay (TPLF) Maqalee dabalatee magaalota Tigraay hedduu keessaa erga bahanii booda naannichi Komaand Postii mootummaa Federaala jala akka turuu fi Tigraay keessatti filannoon akka gaggeeffamu Obbo Getaachoo Raddaa himeera.Odeeffannoo guutuuf dhiyaadhaa👇👇
Waraanni Kaabaa Itoophiyaa hatattamaan akka dhaabbatu Antooniyoo Guterees gaafatan.Yoo hin taane biyyonni jajjaboon dhiibbaa cimsuu feesisaa jedhuhttps://bbc.in/47eeDI9
''Ertiraan dogongora guddaa raawwatte.''Jawaar Mohammad waa'ee loltoota Ertiraa dirooniin haleelamanii maal jedha?⏬⏬https://bbc.in/3VXGjOX
Obbo Geetaachoo Raddaa ammas gorsaa MM Abiy tahuun muudame.Muudamni haaraan kaan maal fa'i?👉👉 https://bbc.in/47LLLHm
Buna ho'aa yoo hin dhugne araada ykn suusii namaa hin baasu....Itti waliigaltuu? Qorannoon garuu buna ykn sha'ee baayyee ho'aa dhuguun carraa kaanseriif saaxilamuu dabala jedhe.Gabaasichi kunooti. 👉👉 https://bbc.in/4hQTubM
Akkam ooltan hordoftoota keenya Sagantaan raadiyoo BBC Afaan Oromoo har'aa eegale.Sagantaa har'aatiin,- Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa balallii gara Maqaleetti godhu adda kutee ture eegaluu beeksisuu- Xiinxalaan siyaasaa Jawaar Mohammad haala Tigraay keessaa irratti kan BBC'tti dubbate- Haala lammiileen Itoophiyaa Yaman keessa jiran- Odeessa Ispoortiis qabnaDhiyaadhaa!| BBC News Afaan Oromoo
MM Abiy kaabinee mootummaa isaa ijaaruun muudama gara garaa kenne===Manni-maree Bakka Bu'oota Ummataa Itoophiyaa torbaffaa kora idilee isaa jalqabaa gaggeesseen muudama ministeerotaa MM Abiy Ahmad dhiyeesseef raggaasiseera.Guutummaa oduu kanaa tamsaasa kallattii kanaan argattu.👇👇https://bbc.in/4yxJjQw
Telegram Channel Link information
Country 🇬🇧 United_Kingdom
Language English
Type Telegram Channel Link
Subscribers 796
Rate this group

How would you rate this community?

0.0 ★ Join Group →