Telegram
Telegram Channel Link
BBC News Afaan Oromoo Telegram Channel Link
👁
1
views
↗
0
joins
About this telegram channel link
"BBC News Afaan Oromoo" irratti Oduulee wayitaawoo, taateewwan haara Itoophiyaa, Afrikaa, akkasumas guutuu addunyaa irratti darban karaa kanaan ni argattu. Join our channel 👇👇 https://t.me/BBC_News_AO
Telegram Channel
Latest public posts from this Telegram channel.
191
subscribers
26 Dec 2021
latest post
Xalayaa walitti fufaa gaazexeessitoota Afrikaa irraa ergamuun gaazexeessaa Jooseef Waarunguu lammiileen Keeniyaa maaaliif waa’ee dhimmoota miidiyaa hawaasaa irratti maxxansaniin yaadda’aa akka dhufan barreesseera.via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/33RZmPD
Obbolaan sadan Pirezidantii duraanii Oromiyaa Obbo Alamaayyoo Atoomsaa dabalatee firoonni isaanii walumaagala namoonni torba qe'eetti ajjeefamuu jiraattonni BBC'tti himan. Maatiin hafan ammallee yaaddoo guddaa keessa jiraachuufi gaddallee taa'uu sodaachuu himu.via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3enrU5F
Pireezidantiin Ameerikaa Joo Baayidan Amajjii 1 irraa eegalee Itoophiyaan dhaabbiin carraa daldalaa qaraxarraa bilisaa 'AGOA' keessaa akka haqamtu murteessan.via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3mwhBR9
Pirofeesarri Jappaan TV karaa foddaa isaa dhandhamaa fi urgaa foolii gara alaatti biifuun miira nama ilaaluu qabbneessu hojjete. Meeshaan akka fullee ykn pilaastickii-"hygienic film" jedhamu- foddaa TV irratti erga maxxanfamee booda arraabaan foddicha arraabuun dhandhamu.via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3JhWRpY
Bara faranjootaa dhufaa jiru kana keessa Itoophiyaatti namoonni miiliyoona 22 ta'an deeggarsa namoomaa akka barbaadan Dhaabbata Biyyoota Gamtoomaniitti Waajjirri Olaanaan Dhimma Deeggarsa Namoomaa(OCHA) beeksise.via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3EpTE4h
Tibba kana Itoophiyaa keessatti lakkoofsi namoota koronaan qabamanii akka malee dabaluu hordofee, akaakuun koronaa haarofti Omiikiroon jedhamu biyya seenuufi dhabuu mirkaneessuuf qorannoon godhamaa akka jiru Ministeerri Fayyaa beeksiseera.via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3yXpFPO
Lubni Raashiyaa guddifachaan beekamu, gudeeddiin himatamee hidhaan waggaa 21 irratti murtaahe.via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3plWBhY
Ajjeechaa artiist Haacaaluu hundeessaan namoota shakkaman keessaa tokko kan taate, Laamrot Kamaal irratti manni murtii hidhaa ji’a sadii irratti dabarsuus, isaa ol hidhaarra waan turteef har’uma hidhaadhaa akka gadhiifamtu ajajame.via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3pq6H1t
Saayintistoonni kana dura sammuun keenyi umrii saalfattoon booda hin guddatu jedhaniitu yaadu ture. Haa tahu malee teeknolojiiwwan kanneen akka maashinii ‘MRI’ kalaqamniin booda, sammuun keenya of haaromsaa akka adeemu barame.via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3suX971
Arsii Lixaa Dodolaatti dhalachuun Keeniyaatti guddachuu kan himtu shamarree Haliimaa Abdulshukur, Dorgommii bareedinaa komishiniin Turizimii Oromiyaa Fulbaana bara 2014 qopheessee ture irratti dorgomtoota ishee injifachuudhaan ‘Miss Tourism Oromia’ kan injifatte.via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3ekYFjW
Pireezdantiin gurraachi jalqabaa Afrikaa Kibbaa Neelsan Mandeellaan, mana hidhaa Oddoola Rooben(Robben Island) kutaa addaa xiqqoo keessatti waggoota 18'f hidhamanii turan.via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3enuEAc
Taphataan sarara duraa duraanii Liivarpuul Daani’eel Istaariij, namicha saree isaa bade argateef paawondii kuma 22,400 (doolara 30,000) akka kaffaluuf ajajame.via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3mwApje
Daandiiwwan qilleensaa US sababa weerara akaakuu koronaavaayirasii Omiikiroon tibba ayyaana waggaa kana imala hedduu akka haqan ibsan.via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3psIF5Y
Raashiyaan teeknooloojii guddicha akkanaarratti adabbii wayita dabarsitu kun isa jalqabaati.via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3H8nAUj
Sa’atii daawwannaatti erga yeeyyiin sagal erga miliqanii booda anaga’ootni naannichaa paarkiin bineensotaa Firaans yeroof cufanvia BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3yXDxtA
Gaazexessaa fi barreessaa gameessi Tasfaayee Gabra'aab umrii waggaa 53tti addunyaa kanarraa du'aan boqochuu maatiin isatti dhiyoo jiran BBCtti himan.via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3FzUixC
Oromoon Karrayyuu Naannoo Oromiyaaa, Godina Shawaa Bahaa Aanaa Fantaallee keessa jiraata. Wantoonni isin beekuu qabdan shan kunooti.via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3qsBRUW
Teleskooppiin abbaa doolaara biiliyoona 10 Jeems Webbi jedhamu ergama urjiiwwan jalqabaa agarsiisuufi fi hawaa ibsuu fudhachuun deemeera.via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/32rSXdN
Haleellaa of galaafataan Rippablika Dimookiraatawaa Kongoo magaalaa Benii namoonni keessa baay’atanirratti dhooseen yoo xiqqaate jaha ajjeefamuu qondaaltonni himan.via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3FGbr8w
Phaaphaasiin lammii Afrikaa Kibbaa Dezmond Tutuu, kan badhaasa Nobeelii addunyaa appaartaayidiin Afrikaa Kibbaatti akka xumura argatu gargaaran ganna 90’tti boqotan.via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/3munmPm
Telegram Channel Link information
Category
News & Magazines
Country
🇬🇧 United_Kingdom
Language
English
Type
Telegram Channel Link
Subscribers
191